The art of war

• Waldayni kun kan jalqabe bara 2010 itiyoophiya baha oromiya godina hararge baha aanaa haromaayaa aradda karroo tarkaanfii iddoo jedhamtutti dha.
Garu amman tana waldayni kun adeemsa (process) hunda aanaa kaase hanga federaalattii xumurun, fudhatama gudda ummataafi mootumma bira argachun
waldaya bayye guddina ariifachiisaa (sustainable development) argisiisaa jirudha.

• Hundeysitoonni waldayichaa(fouder of cooperative) kana qonnaan bultoota yoo ta’u fi hoggantoonni waldayicha immmo namoota dandeeytii gudda qabani fi namoota ummata biyya kanaa rakkoo karaa diinagdee furuuf kaayyoo guddaa qabaniidha.

• Kaayyon waldayicha(goal of the cooperation):-
- Qonnaan bulatoota qabeenya isaaniirra fayyadamo taasisuu .
- Dargaggota diinagdeedhan utubuu.
- Oromiyaa fi itiyoophiyaa diinagdeedhan badhaatuu taate uumu.
- Kaampaanota gurguddo afrikkaa fi addunya keessatti dabalamu.

kanumarraa ka'uun waldayichis karaale gurgudda lama adda baasun kan itti deemaa jiruudha.
Innis:

  1. Oomishale qonnaan bulaan oomishu gara gaba giddu-galeessafi gaba biyya alaatif dhiheessuu(export).
  2. Meeshalee bu’uraa fi meeshalee qonnaa ammayyawaa kan ta’an biiyya ala irra galchu(Import).

The product farmer supply to the internal and external market(Export)

Technology The farmer want to modernize the agriculture

Meeshalee Bu’ura fi meeshalee qonnaa ammayyawaa ta’an kan waldayichi ala irraa galchun qonnan bulaaf raabsu keessaa:

If you are not member

Register Now